11/10/2020 0 Comments Seenaa Oromoo Durii
Musseen mataansaa kush ture.Gibtsitti dhalate.Booda qaroomina Kush fudhatee Gibtsii keessaa uummata isaa dursee biyya isaa gara Israaeelitti godaane.Minilik Oromiyaa érga weeraree qabate (gabroomfaté) booda gáruu sirni gadaa hafée,waanjoo gabrummaa sirná nafxanyaa jalatti bitámaa ture.Egaa baroota sána keessatti uummati 0romoo aadaafi,dudhaasaa ákka irraanfatu godhameera.Seenaansaas aguugameefi daguungorsamée barreeffamuudhaan eenyummaasaa ákka irraanfatuuf cunquursaan guddáa irratti raawwatamaa turé.
Amma garuu sábi guddaa kun mirgá argateen, hayyooti séenaa Oromoo qorattan, séenaa dhugaa uummata 0romoo iddoo dhoksamee qótanii baasuudhaan barreesuuratti árgamu. Jalqabarratti yeroo hójii isaanii wareeganii wáan nu hasofsiisaniif óbbo Alamaayyoo Haayilee baayiée isaan galateeffanna. Yaadanoodhas. Uummatni ákkamitti akka jirate, Aádaa,nageenyaafi,dudhaansaa kán kessati ibsamudha. Seenaan lammii ófiitiin barreeffamu dhugadha. Gariidhas. Akka cárraa taee uumattoota Afrikáa,Lattin Ameerikaa, Eéshiiyaa, Seenaan isaani kán barrefame, abootii humnáa, moototaafi namoota naanóo sana qoratanin barréfame. ![]() Hanga jaaraa 16ffaatti kan bareefame seenaa moototaa qofadha. Waayee gudinaa háawaasaa,waayee diinagdeesaa, hinibsán ture.Amantaadhanis waIqabsiisanii kan ibsan yóokin barressan(miitooloogii) baayédha.Montisski namni jédhamu Fransaayifi Awrooppatti jáaraa 18 ffa miitooloojii seenattin barressuu jalqabe.Girikoonnis tae Chaayinoti kan barreesan amantidhan walqabsiisaniiti. Seenaan uumata 0romoos kan barreeffame gitá bittoota sirnoota dábraniinidha. Seenaan Keenya dhaIataa kenyaan hin barréeffamne.Kanaaf dudhaan kéenya akka doofaa taétti busheessanii barreessan. Uummanni kun, siyáasaa kessatti akka hinhirmaané mataa gadii qábachisanii akka abbaa biyáa hintaane godhan. Kan kana gódhan gita bittootaata móotummoota Itoophiyaa dabran sána qofa osoo hintaané, Poortugaalootiifi, Awrooppaanooti káaniifi waldaan Kiristaanaa 0rtoodooksii Itiyoophiyaas, keessattuu waIdaan Kiristaana Ortodooksii biyyá Giriikki Marqooriyoos, bádii seenaa uummata 0roomoof gahee guddaa qábu. Akka waan buaa loonittin hin fayyadmnetti, Akka waan aannan hin dhugnetti, Akk waan dhadhaa hin jaallanetti.Horsiisee bulaa tauusaa hojii tuffatamaa godhanii barreessaniiru.Seenaan kanaan dura barreessitoota sirnoota nafxanyaan barreeffaman seenaa dhugaan Oromoo ibsu mitti. Seenaan afaanii biyaaIessaa kan ibsamu,Séemetikki,Kushitikii,Niiloo Sáahaaratikifi Omootikidha.Sirnooti dábran sun afaanoota kana yoo ibsan, seenaan uummata guddaa (kush) ifa baha. Nubiyaa kaasee hánga Tanzaaniyaa Arushaati áfaan babaldhatee dubatamudha. Barreessitooti sirna nafxanyaa kana sodaa waayee kush kaasuu hin barbaadan. Warri gita bittóota sirna nafxanyaa imáammta loogii baafatanii 0romoo offiraa dhoorguun sunlight ammas waan haafee hin fakaatu. Oromoon damee kushimmóo kan daangeffamu ákka jioograafiitti 14 0 NL 4 0 LS taee hanga naannoo Mombaasaa Aruushadha.Akkasumas Tigrayirraa kaasee hanga walaka Keeniyaa Tanzaaniyaas dabalatee,qubatee kan jiraatu, afaan saba balaaatti. Biyya Keeniyati Television fi Raadiyooniidhaan támsaasi sagantaa Afaan 0romoo jira.Mombaasaa kéessa Oromoo Meeruu Iaga Xaanaa, Oromoo gára bahaa, Oroomoo Márawwaa,Oroomoo gara Turkáanaa, Oromoo Hiddi Ioolaa,cufti Kuushoota báhaa jedhamu. Ituu Walloo, Humbáanaa, Marawwaa, Oromoo Ráayyaa Walloof abban Bóokkuu Marawwoota.Ijoolleen Ráayyaa Maccaafi Tuulamadha.lsaan kunniin naanoo Atibáraa irraa kaasee hánga naannoo laga Abáyyaa jiru. Oromoon Umuruus, hánga Sudaaniitti jiru.Kánaaf kaabaan bahaa Afrikáa kan Oroomootatti. Afriikaa kabaa báhaa keessa, hanga jáhaan Jaawwitti, gosa jáhatu jiru.
0 Comments
Leave a Reply. |
AuthorWrite something about yourself. No need to be fancy, just an overview. ArchivesCategories |